Genesis 12:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni seera Misiri taake jennaani worri Misiri aka niitiini isaa mid'aadu arge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abraamillee hennaa biyya Misirii seene, namoonni Misirii isiin akka guddiftee bareedduu taate argan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abraam biyya Gibxi'ii yennaa seene, worri Gibxi'ii niitiin isaa guddoo dansittii akka teete dhaggane.