Genesis 12:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan hayyuuni Sarai fud'ateefi AABBO Waaqi d'ukuba hama isaafi worra isaatini d'ufe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi sababa Sooraa haadha manaa Abraamiitiif Fari'oonii fi namoota mana isaa balaa gudda'aan dhaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammoo sababa Saaraayii niitii Abraamiitiif, Mootiin Waan Maraa mootichaa fi kolbaa mana mootichaa keessa jirtutti dhukkuba hamaa buuse.