Genesis 12:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani hayyuuni Abramu yaame wa gaafate waan jed'eeni, Atini maani na tolchite? Maafi aka isiini niiti tanteeti nati inhimini?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Fari'oon Abraamiin waamee, «Ati maaf akkana na goote? akka isiin haadha manaa tee taate maaf natti hin himne?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre mootichi biyya Gibxi'ii Abraam waamee, «Wonni ati na irratti hujje kun maan? Akka isiin niitii teeti teete maaf natti hin himin?