Genesis 12:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyuuni nama ufii yaame waan jed'eeni, Abramufi niiti isaatiifi waan inni qabu ch'ufa lafa teenna keesaa galcha jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fari'oon waan Abraamiitiif hojjattoota ufii ajajee isaa fi haadha manaa isaa horii isaa maraa geegessan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi marroo Abraamiitiif namoota ajajee, isaan niitii isaatii fi waan inni qabu mara woliin biyya Gibxiitii isa baasane.