Genesis 12:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama si eebisu anini eeba kennaafi, ammo nama si abaaru anileeni inabaara. Si gula anini gosa ch'ufaa eeba kennaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra si eebbisu hin eebbisa; worra si abaaru hin abaara; baniin biyya lafaa maruu siin eebbifama» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani worra si eebbisu hin eebbisa; worra si abaaru hin abaara. Kolbaan lafa irraa duudiin karaa keetiin ta eebbifante hin teeti» jedhe.