Genesis 12:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ganni isaa torbatami shani gahe jennaani Abramuuni Harani keesaa godaane, akuma Waaqi jed'eeni, Lutuuni isa woliini godaane.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abraam akkuma Rabbi isatti hime ka'ee deeme; Looxillee isa woliin deeme; Abraam hennaa Kaaraaniin keessaa bawu nama woggaa torbaatamii shanii ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Abraam akkuma Mootiin Waan Maraa isatti hime deeme; Looxille isa woliin deeme. Abraam biyya Kaaraaniitii yennaa baye san, woggaan isaa torbaatamii shan.