Genesis 12:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Abramuuni godaanuma godaane, mukha woyyu ka lafa More, fulla qulqullo Shekemutiini bahe. (Gaafasi gochiti Kanaani jed'ani lafa suni keesa jirti.)
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abraamillee Seekeemii haga muka dambi'ii deeme; hennaa san worri Kana'aanii achi jiraata'aa turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abraam lafa san keessa dabaree, addee, «Sheekem» jedhantu, haga qilxaa woyyicha Moree deeme. Yennaa san worri Kana'aanotaa lafa san keessa jiraniiyyu.