Genesis 13:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Abramuuni lafa Misiri keesaa kae, niiti isaatiifi waan qabu ch'ufa fud'ate, Lutule woliini, lafa Kanaaniti gale.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abraam haadha manaa ufiitii fi waan qabu maraa qabatee biyya Misiriitii bayee gara Neegeebii dhaqe; Looxillee isa woliin ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abraam niitii ifiitii fi waan qabu mara fudhatee, gara biyya kibba Kana'aanii deeme; Looxille isa woliin deeme.