Genesis 13:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Lutuuni arda Yordani filate gara ilaboru godaane; akasiini worri gargari bahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu Looxi lafa naannaya Yoordaanosii jiru maraa filatee gargar bayan; Looxi gara baya biiftu'uu deeme.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Loox dhooqa Yordaanosii mara filatee, gara baya adu'uu godaane. Akka kanaan isaan lamaan gargar bayane.