Genesis 13:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Abramuuni lafa Kanaaniti qubate, ammo Lutuuni dira bale ke jiru qubate, d'aatu Sodomati waaro d'aabate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abraam biyya Kana'aanii keessa taa'e; Looxi ammo qachoota dhooqa biyya sanii keessa taa'ee daasee ufii Soodoomiin laddatti ijaare;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abraam lafa Kana'aanii keessa le'ee, Loox ammoo qachoota dhooqa Yordaanosii odduu le'e; dunkaana ifiille Yordaanos biratti dhaabbate.