Genesis 13:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi gargari bahani, AABBO Waaqi waan Abramuuni jed'e, Fulla jirtu tana mirgaafi bitaa gama ch'ufa ilaali.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Looxi haga isaan gargar bayeen maayii Rabbi Abraamiin, «Ol jedhii gara baya biiftu'uu, gara dhiyaa, gara mirgaatii fi gara bita'aa laali;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Loox isa irraa gargar bayeen duuba, Mootiin Waan Maraa Abraamiin, «Ol jedhiitii, lafa amma jirtu tana, kaabaa fi kibba, gara aduun baatuu fi seentu ilaali;