Genesis 13:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kai, lafa tana haguma geetunu ke deemi, ilaalad'u, wonti akanatiifi anini ch'ufa sii kenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lafa tana waan sii kennuuf ka'ii badhinnaa fi dheerinna isi'ii keessa deemi» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani isii waan sii kennuuf, ka'iitii, dheerinna fi badhinna lafaa keessa deemi» jedhe.