Genesis 14:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Baleeni suni boola waan aka laami qabdu heddu qabdi, duuba hayyooti Sodomafi Gomora, ato baqachu jirtu, boola laami suni keesa duudde; ammo taani sadeeni gaarati baqatte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhooqa Siidiimii keessa ammo boolla leepho'ootitu jira; mootiin Soodoomiitii fi worri mootii Gamora'aa uduu dheessan boolla sanitti kufan; worri hafan ammo gara gaaraa dheessan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhooqi Siidiimii boolla leyyaa lafa keessaa dhaggamuun guutanteertiiyyu; mootiin Sodoomiitii fi Gomora'aa adoo baqatanuu boolla bu'ane; worri hafe ammoo gara gaaraa baqate.