Genesis 14:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyooti afraani taani waan Sodomafi Gomora ke jira ch'ufa, horifi sagalele fud'atte itiini d'aabatte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri isaan ari'u sunniin horii worra Soodoomiitii fi Gamora'aa maraa waan isaan nyaatan maraa jalaa booji'anii deeman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Moototi arfan sun worra Sodoomiitii fi Gomora'aa irraa waan isaan qabanu mara, sagalee isaaniille fudhatanee deemane.