Genesis 14:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lutule, ilma oboleesa Abramu, ka Sodoma ke tau isaafi hori isaale boojiani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qabeenna ilma obboleessa Abraamii ka Looxii ka Soodoomiin keessa jiraatuullee booji'anii fudhatanii lixan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmi obboleessa Abraamii Loox, Sodoom keessa le'aa waan tureef, isaan waan inni qabu maraa fi isa booji'anee deemane.