Genesis 14:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Abramuuni aka ilma oboleesa isaa qabani d'ageennaani nama olla isaa ch'ufa ka had'i dandau, nama d'ibba saditiifi kud'ani saddeeti, wolti yaame hayyoota afraani taani haga lafa Dani reebani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abraamillee ilmi obboleessa isaa akka booji'ame haga dhagaye ijoollee mana isaa keessatti dhalatanii guddatan ta lola geette dhibba sadihii fi kudha saddeetii fudhatee worra booji'e sanniin soqu'uuf haga Daanii hordofe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abraam booji'amiisa ilma obboleessa ifii yennaa dhage'e, namoota dhibba sadii fi kudhanii saddeeti worra mana isaatitti dhalatanee lolaaf leenji'ane waamee, worra booji'e san haga Daaniititti hordofe.