Genesis 14:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan qara fud'atani iraa buuse. Ammalle Lutu, ilma oboleesa isaa ka boojiani, isaafi hori isaa ch'ufafi nad'eenifi worra qara boojianile deebise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Horii booji'ame maraa, ilma obboleessa isaa Looxiin, dubartootaa fi banii booji'ame maraa deebise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan isaan booji'aneeranu mara, ilma obboleessa ifii Loox, waan inni qabu woliin, dubartootaa fi worra booji'ameeru dhibiille deebisee fide.