Genesis 14:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqa gudda ka nyaapa kanke ch'ufa si dabsachiise ha faarsani! Abramuuni hori nyaapa iraa deebise Melkizedeki qoode.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbii guddaa diintota tee harka keetitti dabarsee kenneef galanni haa gawu» jedheen; Abraamillee waan qabu maraa keessaa Malkasaadiqii kurneessoo kenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi Ol Aanaan, ka diinota keeti harka keetitti kenne, leellifamuu ti!» jedhe. Abraamille waan booju'uun dhaggate mara irraa kudhan keessa tokko Malkiisedeqiif kenne.