Genesis 14:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyuuni Sodoma waan Abramuuni jed'e, Hori galfatte kanaani tai, ammo nama kiyya ch'ufa naa deebisi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootiin Biyya Soodoomii Abraamiin «Namoota boojite naa dachaasi; horii ammo ufii fudhadhu» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Sodoomii, Abraamiin, «Waan dhibii mara fudhadhuu, namoota kiyya naa deebis» jedhe.