Genesis 14:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
aka waan kanke tokoleeni inteenne, waan d'ibi lakisi liilanafi limele, aka ati dandeete, Anati Abramu duroomse deebite injenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati Abraamiin duroomseera akka hin jenne, miseensa kophee keetiituu hin barbaadu; ijoolleen na woliin boojuu deebisanii fi Awunaan Eeskoosii fi Maammireen ammo gayaa ufii akka fudhatan isaan hoffolcheera» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
akka ati, ‹Anatti Abraam duroonse› hin jenneef, waan keeti keessaa liilana tokko yookiin waan kophe'een hidhatanulle hin fudhadhu.