Genesis 14:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
gosa Hori ta gaara Seiri dabsatani, haga Elparani moga lafa alooti gussani artini baasani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoota Hooriillee gaara isaanii ka biyya gammoojji'ii ka seeyir jedhamuu haga Eel Faaraaniititti isaan dhayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
worra Hooriille gaara Se'iirii irraa haga El-Phaaranii irga goomole'eetitti injifatane.