Genesis 14:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani dachaani lafa Kadeshi d'ufani (ta gaafasi Enmisfati jed'ani). Lafa Amalekitifi gosa Amori ta lafa Hasason-Tamari ke teetu had'ani dabsatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Deebi'anii hulee Qaadees jedhamtu ta Ayinimisphaaxii dhaqanii biyya Amaaleqii maraa fi akkasuma Amoorota Hasesoonii, Tamaariin jiranillee lolanii mooyatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba isaan deebi'anee gara En-Miisphaatii ta «Qaadeshi» jedhantuu dhufanee, lafa Amaaleqootaa duudii qabatanee, Amoorota worra Haazezon-Taamaar keessa le'anulle injifatane.