Genesis 15:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi suni Abramuuni qonqo AABBO Waaqa ta daayya keesa iti d'ufte d'agaye. Qonqooni suni waan jette, Abramu, insodaatini, anini wonte sii tahe waan guddo sii tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan kanaan maayessa Rabbi Abraamiin, «Abraamii kiyya! hin sodaatin; ani wontee keetii, guddisee si eebbisa» hennaa jedhu manaaba keessa dhagaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni kun teeteen duuba, jechi Mootiin Waan Maraa mudhi'iin gara Abraamii dhufee, «Abraam, hin sodaatin, ani wontee teeti; ani gatii guddoo si'iif hin kenna» jedhe.