Genesis 15:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Abramuuni waan kana ch'ufa Waaqatini d'ufe qale, fooni fulla lama ta haga taka gargari qoode gama gama naqe, ammo fooni simpirre gargari inqoonne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abraamillee kanniin maraa qabee bakka lamatti qoodee ka qoode san wolitti aansee akka gosa isaaniitiin wol ladda kaaye; handariiwwan ammo adda hin qoonne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abraam isaan kana mara gara isaa fidee, addee lama lamatti kukkutee, ka kukkutamane san gama tokko gama kaaniin wolitti fuula galchee keye; sinbirroota ammoo hin kukkunne.