Genesis 15:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'eeni, Hubad'u, ilmaani tante lafa imbeenne keesati keessuma taate, tisse tolchani, haga ganna d'ibba afuri aka taka inargini gaargalchani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Abraamiin, «Horteen kee biyya namaatitti galtuu ta'ee akka jiraatu beeki; woggoota dhibba afuriif garboota godhatanii isaan rakkisan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Mootiin Waan Maraa, Abraamiin, «Sanyiin teeti biyya ormaa keessatti alagaa te'iisaaf, achille'etti garboota te'iisaaf, woggaa dhibba afur akka cunqurfamu'uuf jiranu beeki!