Genesis 15:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo anini gosa worra tissele tolchite wollaala iti mure gaargalcha; ilmaani tante, gaafa achii baatu, hori guddaani baati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani banii garbicha isaan godhate san irratti hin murteessa; achiin maayessa qabeenna guddaa fudhatanii achii bayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani ammoo gosa biyya isaan garboonfattu san hin adaba; isaan karra guddoo fudhatanee achii hin bayan.