Genesis 15:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi d'aloota ababoota tanteeti ilmaani tante lafa tanati deebiti, wonti akanatiifi anini gosa Amori lafa tana keesaa imbaasu, haga ch'ubbuuni worraa guddatte guyyaani ani worra gaargalchu gahuuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fiixaan kee dhaloota arfeesso'oo irratti as deebi'an; waan cubbuun worra Amoorotaa guutee hin jirreef» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaan worri Amoorotaa adabamanu haga ammaa waan hin geyiniif, sanyiin teeti haga dhaloota arfeesso'ootitti deebi'anee hin dhufanu» jedhe.