Genesis 15:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
lafa worra Keni, ta Kenizi, ta Kadmoni,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma Qeenota, Qeneezota, Qadimoota,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Latti tun lafa Qenootaa, lafa Qeniizotaa, lafa Qadimonootaa,