Genesis 15:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Abramuuni waan jed'e, Ee AABBO Waaqa, wonti guddooni ati na tolchitu maani naa baati, ka anini ilme inqamne? Ufuftu nami na d'aalu Eliezeri ka gosa Damaski.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abraam ammo, «Rabbii kiyya! ani finna waan hin qabneef eebbi ati naa kennitu maal naa godha? qabeenna kiyya Eli'eezarii nama Damaasqo'ootitu dhaalaa;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abraam ammoo, «Ee, Goottaa, Mootii waan maraa, adoo ani uumaa dhabeeruu, gatiin naaf kennitu maan naa gooti? Nami na dhaalu Elii'ezaar nama Damaasqo'oo ti» jedhe.