Genesis 15:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ati ijoolle tokole naa inkennine, amma nami na d'aaluyu tissuma tiyya.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abraam Ati finna waan naa hin kennineef hojjataa mana kiyya keessatti dhalatetu na dhaalaa» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abraam ammalle, «Kunoo, ati uumaa naaf waan hin kenniniif, garbicha mana kiyya keessatti dhalate tokkotti na dhaalaara» jedhe.