Genesis 15:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani inni qonqo AABBO Waaqa ammalle d'agaye ta, Namichi kunini si ind'aalu, ilmuma kanke ka atini d'altuti si d'aala isaani jette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Rabbi Abraamiin «Kun si hin dhaalu; finnuma kee ka gudeeda keetii bawutu si dhaala» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba jechi Mootii Waan Maraa gara isaa dhufee, «Inni si hin dhaalu, ilma ati ifii uumattutti si dhaala» jedheen.