Genesis 15:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani AABBO Waaqi waan jed'eeni, Anini AABBO Waaqa, ka lafa Uru ta Kaldayo keesaa si baase lafa tana sii kenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani Rabbi, «Wonti biyya uurii gosa Kaladaawotaa keessaa si baaseef akka lafa tana dhaaltuuf» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba inni, Abraamiin, «Ani Mootiin Waan Maraa biyya tana akka ati dhaaltuuf, Ur lafa kaldootaa keessaa si baase» jedhe.