Genesis 16:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo jireenni ilma kanketi kauma harre diidaa taha; inni nama imfed'u, nami tokoleeni isa imfed'u. Fiit'a isaaleeni wolind'agayani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee akka harree diidaatitti jiraata; nama maraa hin morma; Namoonnillee isa morman; inni obboleewwan ufiitiin jibbama'aa jiraata» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni akka harree diidaa hin le'a; inni nama mara hin morma; nami martille isa hin morma. Fira ifii mara irraa adda bayee hin le'a» jedhe.