Genesis 16:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Saraiini Hajiri Abramu kennite, aka isiini niiti isaa taatu. (Wonti kunini eegi Abramuuni ganna kud'ani lafa Kanaani keesa tae taate.)
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abraamillee waan Sooraan jetteen dhagaye; inni biyya Kana'aanii woggaa kudhanii haga jiraateen maayessa haati manaa Abraamii Sooraan garbittii ufii ta biyya Misiriitii abbaa worraa ufii Abraamiif haadha manaa akka taatu kenniteef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Niitiin Abraamii Saaraayi hojjattuu ifii Aggaarii nama biyya Gibxi'ii san fiddee, akka niiti'iititti dhirsa ifiitiif kennite; kunille Abraam biyya kana'aanii keessa woggaa kudhan le'een duuba te'e.