Genesis 16:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Abramuuni waan jed'eeni, Hayye, d'uguma isiini tisse teeti, harka kanke keesa jirti, waan feetu tolchi. Jennaani Saraiini aka hamtu Hajiri gaargalchinaani, isiini biraa baqatte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abraamillee Soora'aan «Garbittiin tee kunoo si harka jirtii akka feete isii godhi» jedheen; Aggaar haga Sooraan rakkifteen mana isi'iitii baatee badde.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abraam ammoo Saaraayiin, «Ati giittii hojjattuu teetii ti; akka jaalatte isii godhi» jedhe. Achiin duuba Saaraayi waan isii miicceef, isiille jalaa baqatte.