Genesis 16:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Malaikaani AABBO Waaqaa Hajiri, ta maddo lafa aloo d'aatu kara Shuri teetu, iti d'ufte
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maleekkaan Rabbii Aggaariin burqaa bisaanii ka lafa gammooji'ii biratti arge; burqaan sun karaa gara Suurii fidu bira jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ergamaan Mootii Waan Maraa goomolee keessatti madda bisaanii biratti Aggaar dhagge; maddi bisaanii sun karaa Shuur geessu gubbaa jiraayyu.