Genesis 16:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jetteeni, Hajiri tissiti Sarai, atini eesaa d'ufte, eesa deemta?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maleekkaan sun garbittii Soora'aa Aggaariin «Eessaa dhufte? Eessa deemta?» isi'iin jedhe; isiinillee «Ani giiftii tiyya Sooraa jalaa baqata'aara» jetteen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni, hojjattuu Saaraayii, Aggaariin, «Eessaa dhutte? Eessa dhaqaarta?» jedheen. Isiin, «Giittii tiyya Saaraayi jalaa baqatiisatti jira» jette.