Genesis 16:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isiini waan jetteeni, Uwiti hojad'uufi biraa baqachuu jira. Malaikaani waan jetteeni, Isiiti deebii, hojad'iifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maleekkaan Rabbii «Gara giiftii teetii deebi'ii isi'ii ajajami» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ergamaan Mootii Waan Maraalle, isi'iin, «Gara giittii teetii deebi'iitii, isii tajaajili» jedhe.