Genesis 17:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ganni Abramu sagaltami sagali geennaani AABBO Waaqi isati mullate waan jed'eeni, Anini Waaqa Gudda. Na ch'aqasi, waan hamtu intolchini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abraam haga nama woggaa sagaltamii sagalii ta'e, Rabbi Abraamitti mudhatee «Ani El Shaadaayi'i; na afo'otti akka ta'utti jiraadhu; nama guutuu ta'i.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abraam nama woggaa sagaltamii sagalii yennaa te'etti, Mootiin Waan Maraa Abraamitti mudhatee, «Ani Waaqa waan mara dande'u; naaf ajajamiitii ka komii hin qanne te'i.