Genesis 17:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama d'alate ch'ufa qabuufi malani, akanaani wold'ageetiini teenna nafa keesani ira mullatti, haga jiru jireenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka mana keetitti dhalatee fi ka hori'iin bitamellee sirima haa gadoomuu; malkanni waadaa kiyya ka baraa haga bara baraa ka isin foon keessan irratti gootan kana.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Garbichi mana keeti keessatti dhalatee fi ka beese'een bitamelle lamaanuu haqanqabaa qabamanuu ti. Gondooroon tiyya ta beessisi isi'ii foon keessan irratti mudhatu gondooroo bara baraa hin teeti.