Genesis 17:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ilma d'iira ka qabanqaba inqabatini gosati inheregani, waan inni wold'ageeti teenna injabeesiiniifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni gogaa saala isaa dhossu hin gadoomne maruu gosa ufii irraa fooyamee haa baduu; waan waadaa kiyya jisseef» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhiirti haqanqabaa hin qabatin marti, gondooroo tiyya waan cassiteef, kolbaa ifii keessaa hin balleeffanti» jedhe.