Genesis 17:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi waan Abrahamuuni jed'e, Arraa achi niiti tante Sarai jette iyyaamiini, Sara jed'i yaami.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Abrahaamiin «Ammaa achi maqaa haadha manaa teetii Sooraa Sooraa jettee hin waamin; Saaraa jedhii waami.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi ammalle Abrahaamiin, «Niitii teeti Saaraayi, haganaa achi ‹Saaraayi› jettee hin waamin; ammaan jalqabee maqaan isi'ii ‹Saaraa › jedhamuu ti.