Genesis 17:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ani isii eebisa, aka isiini ilma sii d'altu. Ani isii eebise, isiini haad'a gosa heddu taate, ilmaani isiileeni ta gari hayyoota taati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isii hin eebbisa; ilmallee hin kennaaf; haadha banii baay'e'ee taati; mootonni biyya lafaa isii keessaa dhalatan» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani isii hin eebbisa; isii irraa ilma si'iif hin kenna. Ani isii hin eebbisa, isiille haadha gosa biyya adda addaa hin teeti; sanyii isi'ii keessaa gariin mootota hin te'an» jedhe.