Genesis 17:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan inni Waaqaani jed'e, Ishmaeliini na d'aale ho?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abrahaam Rabbiin, «Uduu Ismaa'eel si afoo jiraatee silaa hin gammada ture» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni Waaqaan, «Ishimaa'el ilma waadaa ati naaf galte adoo te'ee dansa'aayyu» jedhe.