Genesis 17:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini kad'acha tante ta waan Ishmaeli la d'agaye, waan kanafi isaa eebise daraarse ijoolle heddu kennaafi. Inni abba jaallaba kud'ani lama tahe, anini d'aloota isaa gosa guddo tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan Ismaa'eeliillee sii dhagayee isa eebbiseera; fiixaa isaa hin guddisa; guddisee baay'isa; inni bulchaa gosa kudha lamaa ta'a; banii guddaa isa taasisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Marroo Ishimaa'eliitiif waan ati daadimatte si'iif dhage'eera; ani isa eebbisee, ijoollee isaaf kennee, sanyii isaa bacaa hin godha. Inni abbaa sooreyyii gugurdoo kudhanii lamaa hin te'a; gosa guddoolle isa hin godha.