Genesis 17:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyyuma suni Abrahamuuni ilma isaa Ishmaelifi nama d'iira ka worra isaa keesati d'alate, tisse mana isaa keesati d'alatte, ta horiini bitani wolumaani, qabanqaba qabeefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abrahaamillee ilma ufii Ismaa'eliin, worra mana isaa keessatti dhalatan, garboota horii ufiitiin bitate maraa maatii ufii keessaa dhiira maraa fuudhee gogaa saala isaanii dhossu maraa akkuma Rabbi isaan jedhetti guyyaa saddeetesso'ootitti gadoomse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gaafasuma Abrahaam ilma ifii Ishimaa'el, tajaajiltoota mana isaa keessatti dhalatane mara, worra beesee isaatiin bitamane mara, namoota mana isaa keessa jiranu keessaa dhiira ka te'ane maraayyuu fuudhee, akkuma Waaqi isa ajajetti haqanqabaa qabe.