Genesis 17:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Arraa achi maqaani kanke Abramuniti ammo Abrahamu siini jed'ani, wonti akanatiifi anini ya abba gosa heddu si tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Adha irraa jalqabee maqaan kee Abraam jedhamee hin waamamu; maqaan kee Abrahaam ta'a; waan abbaa banii maraa si taasiseef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maqaan keeti haganaa achi, ‹Abraam› hin jedhamu, ani abbaa gosa biyya adda addaa heddu'uu waan si godhuuf, maqaan keeti, ‹Abrahaam› jedhama.