Genesis 17:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafa amma atini iti keessuma tana anini sifi ilmaani teeti kenna. Lafti Kanaani ch'ufti ta ilmaani teeti taati haga jiru jireennale, anileeni Waaqa worraa taha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lafa biyya Kana'aanii ta keessummumma'aan keessa jiraattu maraa baraa haga bara baraa si'ii fi hortee tee ta siin maayessaa maraaf kenna, Waaqallee isaanii ta'a» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lafa ati amma alagaa itti teete, lafa Kana'aanotaa mara si'ii fi sanyii teetiif haga bara baraa hin kenna; ani Waaqa isaaniille hin te'a» jedhe.