Genesis 18:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Abrahamufi Saraleeni ya jaarani fulla gahani; Saraleeni la d'alti keesa hobaate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abrahaamii fi Saaraan guddisanii jaaraniiran; waan jaarteertuuf Saaraan garaa arguu dhaabdeerti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abrahaamii fi Saaraan guddoo dulloomaneeraniiyyu; Saaraalle aadaan dubarti'ii irraa dhaabbatteertiiyyu.