Genesis 18:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Saraani kofalte waan ufiini jette, Bada, anini amma, nami jaare hobae kunini, d'iirsa kiyya ka jaare ufiyu dad'abe ind'araafi?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saaraan garaa ufii keessatti «Ani amma jaareeraa fedha dhiiraa hin qabu abbaan worraa kiyyallee jaareera» jettee kolfite.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre saaraan, gadhaa ifii keessatti «Ani eega dulloomee gergeshe, dhirsi kiyyalle dulloomee gergeshe, ani isa bira geyiisaaf halcha'aayyuu hin qabaadhaa?» jettee kollite.